Seeran itti hin fayyadamne taanan, ixaanni fi shaaman madda balaa abiddaa hamaa ta’uu danda’u.
• Golgaa fi wantoota biraa abiddi salphaatti qabachuu danda’u ixaana fi shaamaa irraa fageessaa. Ixaanni fi shaaman qabsiifamee yeroo jirutti ijoollee dagachuun tasumaa hin barbaachisu.
• Ixaanni fi shaamaa meeshaa cimaa fi hoo’a dandamatu keessatti bobeessaa.
• Osoo manaa hin bayin yookin gara ciisichaa hin deemin dura ixaana fi shaamaa dhaamsaa.


Tags

Seattle Fire Department, Seattle Fire, Seattle Fire Rescue, Seattle Fire Medics


You may also like

Truck fire on I-405 near Renton
PFD Truck 10 responding

Subscribe to our newsletter now!